settings icon
share icon
Gaaffii

Maaliif namoonni waggaa dheeraa jiraachuu danda’an?

Deebii


Kara tokkoon dhoksaa fakkaata, Seera uumama irratti boqonnaa duraa irratti namoonni umurii amma kanaa jiraachuu isaanii yaad-rimee heedduu beektoota macaafaatiin beektoota macaafaatiin dhihaateera. Seera uumamaa boqonnaa 5 irratti hidda dhalootaa tarreefamni isaa sanyii gaarii addaa teesiseera Masihicha kan dhalee hidda dhalootaa isaa. Waaqayyoo hidda kana eebbiseera, bifa adda ta’e umurii dheeraadhaan, garuumaa saanitii fi sababa aboomamuu isaanitiin. kun ibsa yaadamu yeroo ta’uu, macaafni qulqulluun bakka kamitti iyyuu umurii dheeraa hin murteesine, Uumama boqonnaa 5 irratti kan eerame namoonni. Dabalataanis Heenook irraa kan hafee, Uumama boqonnaa 5 gaarummaa addaa namootni dhuunfaan qaban tokkoon isaani illee hin eeramne. Ta’uu kan qabuu yeroo sanaa fi sa’atti sanatti kan jiraatu hundumtuu waggaa dhibba heedduu kan jiraatanii dha. Kanaafis sababi heedduun eeramuu danda’a.

Seera Uumamaa 1:6-7 bishaanichi baay’ee ol ka’uu isaa ni eera. Bishaan lafa uwisu. Kana kan fakkaatan uwwisi bishaanii qilleensa naannoo irratti (greenhaouse) dhiibbaa uuma, baayinaan ifa dhorka, amma lafa irratti kan ba’u. Kunnis jireenyatti kan tursuu haaloota argamsiisa. Uumama 7:11 kan inni argisiisuu yeroo bishaan badiisaatti, uwwisii bishaanii lafa irratti ni dhangala’a ture haala jireenyatti jiraachuudhaan kan gahuu. Bishaan badiisaa fuul dura barri jireenyatti turan (Uumama 5:1-32) kan bishaan badiisaatii asii (Uumamaa 11:10-32) wal bira qabaa. Bishaan badiisaa booda akkuma sanaan umuriin namaa haala nama ajaa’ibsisuun gadi bu’eera. Kan biraan immoo tilmaama keessa kan galu uumama boodee dhaloota jalqabaa muraasa, kan namootaa sanyi adda kan baasuu irratti hir’inni muraasi gabachaa dhufeera. Addaamii fi Heewwan mudaa kan hin qabne ta’aniti kan uumaman. Isaan dhugumatti dhukkubaa fi dhibbee kan dandamatan turan. Sanyiin isaanis faayidaa kana dhaalani turan, ammam illee haala xiqqateen yoo ta’es. Yeroo booda, sababa cubbuutiin kan namootaa sanyi adda kan baasuu badiisi isaa dabalaa dhufe, akkasumas ijoolleen namaa du’aa fi dhukkubaaf baay’ee saaxila kan ba’an ta’an. Kunnis jireenyatti yeroon turmaataa haala hammaataadhaan hir’ate.

English



Gara Mana fuula Afaan Oromootti deebi’aa

Maaliif namoonni waggaa dheeraa jiraachuu danda’an?
© Copyright Got Questions Ministries