settings icon
share icon
Gaaffii

Gaa’ila dura jiraachuu kan qabuu walitti dhufeenyi seera qabeessi maalii dhaa?

Deebii


Efe. 5:3 nutti hima, “qulqullootaaf akka ta’utti garuu ejjaa fi xuraahummaa hundumaa yookaan hawwiin isin biratti raawwatee hin dhaga’amiin.” Wanti kam illee, ejjaa fi “ka’umsa” yoo ta’ee illee kristaanaaf sirri miti. Kitaabni qulqulluun wantoota isa kami “ka’umsa” akka ta’an tarreefama isaa nutti hin himuu yookaan sochii qaamaa isa kam gaa’ila fuula dura lammanuu gochuu akka hin qabne hin ibsu.Ta’us, kitaabni qulqulluun dhimmicha adda baasee yoo ibsuu baatees, Waaqayyoo “gaa’ila fuula dura kan godhamuu wal qunamtii saalaa” fudhateera jechuu miti. Isa tokko wal qunamtii saalaatiif qophaa’aa gochuuf tapha jaalalaa kan argisiisuu ni karoorfama. Haala loojikiitiin achi irraas, taphi jaalalaa kan wal fuudhaan lamaaniif dhorkaa qaba. Gochi tapha jaalalaa fakkaatuu kam iyyuu hanga gaa’ilaatti dhorkamuutu irra jiraata.

Wanti shakkisiisaan tokko yoo jiraatee, lammanuu kan wal hin fuudhiin ta’uu qabaachuu fi hin qabaatiini isaa gochi adda hin bane, dhabamsiifamuutu irra jiraata (Rom. 14:23). Isa kamiif iyyuu feedhiin hundumtuu fi dursi fedhi gochi dursa fedhi warra wal hin fuudhiin lammaniif dhorkaadha. Warri wal hin fuudhiin lamaan fedhii raawwachuuf kan isaan qoru gochi kam iyyuu dhabamsiifamuutu irra jiraata, sunis kallatti ejjaa kan kennisiisuu dha, yookan dursa tapha jaalalaa godhamee kan fudhatamu. Paasteeroonni baay’eenii gorsitootni kristaanootaa jabeessani gorsu, lammanuu harkaa fi harka akka wal hin qabannee, harka gatiitti irra akka hin keeyannee fi, dhungoo salphaa irraa kan hafee akka hin deemne, gaa’ila dura. Warri wal fuudhan laman baay’inaan wali wali isaanii qophaa isaanii kan hirmaataan, gaa’ila adda ta’e sana wal qunamtii saalaa adda ta’ee qabaatu.

English



Gara Mana fuula Afaan Oromootti deebi’aa

Gaa’ila dura jiraachuu kan qabuu walitti dhufeenyi seera qabeessi maalii dhaa?
© Copyright Got Questions Ministries